
Uumanni Oromoo hacuuccaaa siyaasaafi diinagdee nurra gahaa jira
Ganna afruriin dura rakkoo nageenyaa Irreecha Hora Harsadiirratti uumameen yoo xiqqaate namoonni 55 lubbuu dhabaniiru. Dhaabbileen mirga namoomaa fi kaan garuu namoota dhibbatti lakka’amantu lubbuu dhabe jedhu. Uumanni Oromoo hacuuccaaa siyaasaafi diinagdee nurra gahaa jira jedhan komachuun yeroo dheeraaf mormaa turan. MM Abiy Ahimad 2018tti mormii dheeraan booda gara aangotti erga dhufanii jijjiiramoonni hedduun mul’ataniiru. […]