Uumanni Oromoo hacuuccaaa siyaasaafi diinagdee nurra gahaa jira

Ganna afruriin dura rakkoo nageenyaa Irreecha Hora Harsadiirratti uumameen yoo xiqqaate namoonni 55 lubbuu dhabaniiru.

Dhaabbileen mirga namoomaa fi kaan garuu namoota dhibbatti lakka’amantu lubbuu dhabe jedhu.

Uumanni Oromoo hacuuccaaa siyaasaafi diinagdee nurra gahaa jira jedhan komachuun yeroo dheeraaf mormaa turan.

MM Abiy Ahimad 2018tti mormii dheeraan booda gara aangotti erga dhufanii jijjiiramoonni hedduun mul’ataniiru. Tahus ammallee waldhibdeen siyaasaafi rakkoleen nageenyaa biyyattii muddama keessa galchaniiru.

Hundaa’iinsa Dhaabbata Diizaayina Uffata Aadaa Oromoo Haaraa…
Itoophiyaatti naannoon Oromiyaa lafa biyyattiin qabdu hedduu uwwisa,

Leave a Reply

Your email address will not be published.

Close My Cart
Close Wishlist
Recently Viewed Close
Close

Close
Navigation
Categories