Itoophiyaatti naannoon Oromiyaa lafa biyyattiin qabdu hedduu uwwisa,

Itoophiyaatti naannoon Oromiyaa lafa biyyattiin qabdu hedduu uwwisa, aadaawwan danuu tahanis of keessaa qaba. Akkasumas itoophiyaan alattis Kaaba Keniyaatti ummati Oromoo bal’inaan ni argama.

Suuraa asiin oliin mula’tu kanarratis, shamarran kunniin uffata aadaa Harargee uffachuun, Qalamshiishaa mataa gubbaatti baataniiru. Dizaayina uffataa kana Mana Uffataa Aadaa Yoomiyyuun kan tolfame yogguu tahu, sabbatni mudhiitti hidhatan hawaasa Oromoo kaan birattis haalaan beekama.

Ayyaanni Irreechaa baroota kaan namoota miiliyoonatti lakka’amu irratti hirmaatu, barana sababa weerara Koroonaavaayirasiin lakkoofsi namoota hirmaatanii daanga’ee kabajame.

Baroota dheeraan duubas Irreechi marroo lammaffaa Hora Finfinneetti kabajamuun isaa, kabajni isaa yeroodhaa yerootti dabalaa dhufuu agarsiisa.

Uumanni Oromoo hacuuccaaa siyaasaafi diinagdee nurra gahaa jira
Bakka bu’iinsaan uffata Bifa jumlaatiin fudhattaniii gurguruu barbaaddan…

Leave a Reply

Your email address will not be published.

Close My Cart
Close Wishlist
Recently Viewed Close
Close

Close
Navigation
Categories