‘Uffata aadaa Oromoo sabootni biroollee akka uffatan gochuu qabna’Dizaayinarii uffata aadaa Oromoo dorgommii idila addunyaa mo’ate qopheessine Sabboonummaan Oromoo uffata aadaa akkamiin ammayyeesse?Gabaasni kun isin jala darbee yoo ta’e, Dibata jaqabuuf kunoo irra deebiin dhiyeessineera dubbifadhaa.
Grand OpeningDhaabbanni Uffataa/Oromo Design/ Uffata Aadaa Oromoo Calaqqiisiisu Uffata Mimmiidhagoo Tahan Isiniif qabatee dhufee Jira Kanaafuu Namoonni Uffata Kana Bitachuu Barbaaddan Biyya Kamu Teessaani Bitachuu Dandeessu Oromo Design Wanti Adda Isa Godhuu Yoo Jiraate Biyya Kamiyyuu Teessaani Bitachuu Dandeessu / Europe, Asia, Canada, Australia, Africa Biyyoota Hundumattuu Ni Argattu Kanaaf Namonni Bitachuuf Qophii Taatan Gama Website Seenuudhan Uffata Barbaaddan Filachuun Order Godhadha Galatooma©oromodesignteam/Lakk bilbila :- +251929376704