Dhaabbanni Uffataa/Oromo Design/ Uffata Aadaa Oromoo Calaqqiisiisu Uffata Mimmiidhagoo Tahan Isiniif qabatee dhufee Jira Kanaafuu Namoonni Uffata Kana Bitachuu Barbaaddan Biyya Kamu Teessaani Bitachuu Dandeessu Oromo Design Wanti Adda Isa Godhuu Yoo Jiraate Biyya Kamiyyuu Teessaani Bitachuu Dandeessu / Europe, Asia, Canada, Australia, Africa Biyyoota Hundumattuu Ni Argattu Kanaaf Namonni Bitachuuf Qophii Taatan Gama Website/ Seenuudhan Uffata Barbaaddan Filachuun Order Godhadha Galatooma Kanaaf namoonni Bakka bu’iinsaan uffata Bifa jumlaatiin fudhattaniii gurguruu barbaaddan gatii madaalawaa taheen guutu idil-addunyaarratti hayyama fudhachuudhan gurguruu ni dandeessu . karaa toora sab-qunnamtii profile keenyaan nu argachuu dandeessu waliin ta’uudhaan aadaa oromo haa cimsinuu.
