Bakka bu’iinsaan uffata Bifa jumlaatiin fudhattaniii gurguruu barbaaddan gatii madaalawaa taheen guutu idil-addunyaarratti hayyama fudhachuudhan gurguruu ni dandeessu . karaa toora sab-qunnamtii profile keenyaan nu argachuu dandeessu waliin ta’uudhaan aadaa oromo haa cimsinuu.Oromo Design Wanti Adda Isa Godhuu Yoo Jiraate Biyya Kamiyyuu Teessaani Bitachuu Dandeessu / Europe, Asia, Canada, Australia, Africa Biyyoota Hundumattuu Ni Argattu Kanaaf Namonni Bitachuuf Qophii Taatan Gama Website/ Seenuudhan Uffata Barbaaddan Filachuun Order Godhadha Galatooma
